Qophii Addaa

OMN: Qophii Addaa (Amiin Huseen fi Haadha Shumbee), Sadaasa 3, 2014

Artistoota beekamoo Amiin Huseen fi Mihirat Waldamaaram yookaan Haadha Shumbee, dhiibbaa mirgaa mootummaa Itoophiyaatiin irraan gahame baqachuudhaan jiruu biyya ormaa eegalaniiru. Qophii Addaa kan har’aa keessatti gaaffii fii deebii artiistoota Oromoo Amiin Huseen fi Haadha Shumbee wajjin taasifame isiniif dhiyeessina. Kutaan duraa kunooti.

Latest News

To Top