Faana Baqataa

OMN: Faana Baqataa (Abdulmajiid fi Ramadaan, K. 3ffaa) Amajjii 22, 2015

Qophii Faana Baqataa kan har’aa keessatti Oromiyaa irraa ka’anii karaa Keeniyaa, Taanzaaniyaa, Zaambiyaa, Zimbaabuwee fi gara Afrikaa Kibbaatti, achumaan gara Biraaziilitti cehanii Mekisikoodhaan gara biyya Ameerikaatti kan baqatan Ramadaan Adam fi Abdulmajiid Afandii seenaa jiruu baqaa isaanii kan nuuf seenessaa turan kessaa kutaan inni xumuuraa kunooti. 

Latest News

To Top